Deeggarsa Daakuu Midhaan Nyaataa Taasifame

Waldaan Kiristiyaana Araara Waaqayyoo Addunyaa hojii babal’isuu mootummaa Waaqayyootiin cinatti, nageenyaaf guddina biyyatif kadhachuu akkasumas balaawwan uumamaaf namtolcheetiin hawaasa miidhaman dandamachiisuuf tumsa taasisaa jiraachuun ishee beekamadha. Maarree ammas hawaasaa Godina Shawaa kaabaa Aanaalee garaagaraatti sababa rakkoo nageenyaatiin qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqaa’aniif daakuu midhaan nyaataa kuntaala Dhibba saddeet kan Qarshii Itiyoophiyaa 3.1M birr (Miliyoona Sadii tuqaa tokkoo) olitti tilmaamamuun bitamee qophaa’e deeggarsa taasifteetti.

https://web.facebook.com/media/set/?vanity=araratvch&set=a.890015593303708

1 thought on “Deeggarsa Daakuu Midhaan Nyaataa Taasifame”

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Scroll to Top