⛪️ Yaada Keenya Maalitti Hidhuu Qabna?⛪️

#Tajaajila_Sagantaa_Dilbataa___Sunday_Program_Service
#With_Amharic_and_English_Translation
🕊 Ergaa Sagalee Waaqayyoo Guyyaa Har’aa 🕊
⛪️ Yaada Keenya Maalitti Hidhuu Qabna?⛪️
📖 Qol. 3¯¯¯¯¹ Egaa Kristosii wajjin du’aa erga kaafamtanii, wanta waaqa keessaa, iddoo Kristos gara mirga Waaqayyoo taa’ee jirutti barbaadaa! ² Yaada garaa keessanii wanta waaqa irra jirutti hidhaa malee, wanta lafa irra jirutti hin hidhinaa!
🎚 Cuuphamuudhaan du’a Kiristoositti dabalamne.
🎚 Bishaan keessaa ba’uudhaanimmoo du’aa ka’uusaatti dabalamne.
📖 Qol. 2¯¯¯¯¯¹² Cuuphaadhaan Kristosii wajjin awwaalamtanii hojii aangoo Waaqayyoo isa warra du’an keessaa isa kaasetti amanuu keessaniin, isinis immoo isaa wajjin du’aa kaafamtaniittu. ¹³ Isinis irra-daddarbaa keessanii fi dhagna-qabaa dhabuu foon keessaniif hafuuraan du’oo yoo taatan iyyuu, Waaqayyo akka isin Kristosii wajjin jiraatoo taatan godheera; irra-daddarbaa keenya hundumaas nuuf dhiiseera.
🎚 Erga isaa wajjin du’aa kaatanii wanta mirga abbaa jiru barbaadaa malee waanta lafarra jirutti yaadaa keessan hinhidhiinaa jedha.
📖 Efe. 2:6 “Karaa Kristos Yesus isumaa wajjin du’aa nu kaase, isumaa wajjin bantii waaqaa keessaa iddoo nuuf kenne, nu teessises.”
🎚 Namani sadarkaa isaatti yaaduu qaba.
🎚 Namni lafa ga’etti deddeebi’a waan ta’eef isa Waaqarraa yaaduu dhiisee kosii lafarraatti yaadasaa hidhuu hinqabu.
🎚 Namni sadarkaa ga’etti yaaduu qaba.
🎚 Namani isa lafa jiruu sana yaadee dubbata waan ta’eef; Kitaabni Qulqulluun:
📖 Ibr. 12:22 “Haa ta’u iyyuu malee, tulluu Xiyoon, mandara Waaqayyo isa jiraataa, Yerusaalem ishee waaqa irraa, cidha ergamoota kumaatamaa bira ga’uu keessan.”
🎚 Utuu saba Israa’eeliin gaafattanii waa’ee tulluu Siinaa haasa’u malee; waa’ee manadaraa Waaqayyoo isa Qulqulluu miti.
🎚 Isa arganiifi isa bira ga’an waa’ee tulluu siinaa qofa dubbachuu danda’u.
🎚 Isa lafa geessanii yaadaa malee; yaada keessan wanta isa lafarraa jiruuttii hinhidhiinaa.
❓Yaada Ofii Maaltu Lafarratti Hidha?
💰 Yaada fooniiti.
📖 Qol. 3:5 “Egaa yaada keessan wanta lafa irra jirutti isa hidhu, halalummaa fi xuraa’ummaa, kajeellaa fi hawwa hamaa, sassata isa waaqayyolii tolfaman waaqessuutti lakkaa’amus, of keessaa ajjeesaa.”
🌍 Biyya lafaafi wanta biyya lafaa jaallachuutti hinhidhiinaa jedha.
🌍 Biyya lafaa jaallachuun diina Waaqayyoo nama godha.
📖 Yaq. 4:4 “Isin namoota garagaggaltuu nana! Biyya lafaatti michoomuun diina Waaqayyoo akka nama godhu hin beektanii ree? Namni michuu biyya lafaa ta’uu barbaadu, diina Waaqayyoo of in godha.”
🌍 Yaadaa ofii wanta lafarra jiruutti hidhuun hammacanmuufi yaaddoo fida.
📖 Luq. 10¯¯¯¯³⁸ Yesus bartoota isaa wajjin adeemsa isaa itti fufee, gara ganda tokkoo yommuu dhufe, dubartiin Maartaa jedhamtu mana isheetti isa simte. ³⁹ Isheen obboleettii Maariyaam jedhamtu tokko qabdi; Maariyaam kun miilla gooftichaa jala teessee dubbii isaa dhaggeeffachaa turte. ⁴⁰ Maartaan hojii mana keessaatti qabamtee waan kurkurtuuf gara isaatti baatee, “Yaa gooftaa obboleettiin koo kophaa akkan hojjedhuuf isa na dhiifteef anaaf hin yaadduu ree? Egaa akka na gargaartuuf itti naa himi kaa!” jette. ⁴¹ Gooftaan garuu deebiseefii, “Yaa Maartaa, yaa Maartaa, ati in yaaddofta, waan baay’eettis hammacamta. ⁴² Kan barbaachisu waan tokkicha, Maariyaam qooda gaarii isa ishee duraa hin fudhatamne sana fo’atte” jedhen.
🎚 “Yaa Maartaa, yaa Maartaa, ati in yaaddofta, waan baay’eettis hammacamta. Kan barbaachisu waan tokkicha” innis yaada ofii Mootummaa Waaqayyoottii hidhuudha.
🎚 Hammacamuun yaada fooniirraa madda malee yaada Hafuuraarraa miti.
🌍 Warri biyya lafaa yaadasaanii waanuma foonii kanatti hidhaniiru; kanaaf hammacamu.
📖 Luq. 12:30 “Warri biyya lafaa irraa Waaqayyoon hin beekne hundinuu, yaada isaanii isaan kanatti hidhanii jiru; soora kana argachuun akka isin barbaachisu abbaan keessan in beeka.”
🎚 Yaada ofii fedha fooniitti hidhuun du’a fida. Wanta Waaqarraatti hidhuun garuu jireenya fida.
🎚 Nagaafi jireenyi kan dhufu waa’ee Hafuuraa yaaduudhaan yookaan yaada ofii Mootummaa isaatti hidhuudhaanidha.
🎚 Kanaafidha Maariyaam gab jettee teessee Gooftaashee dhaga’aa turte.
🎚 Warri yaadasaanii Mootummaa Waaqayyootti hidhan nagaa guddaafi gabii guddaa qabu. Jireenyisaanii gabiifi boqonnaan kan guutedha.
 
====== የአማርኛ ትርጉም =======
በምን ላይ ትኩረት ማድረግ አለብን?
የመግቢያ ጥቅስ
📖ቆላስይስ 3 ¹ እንግዲህ ከክርስቶስ ጋር ከተነሣችሁ፣ ክርስቶስ በእግዚአብሔር ቀኝ በተቀመጠበት በላይ ያሉ ነገሮችን እሹ፤ ² አሳባችሁም በላይ ባለው ላይ እንጂ በምድራዊ ነገር ላይ አይሁን።
👉በጥምቀት ከእርሱ ጋር ተቀላቅለን እንደተቀበርን በእምነትም ከእርሱ ጋር ተነስተናል።
📖ቆላስይስ 2 ¹² በጥምቀትም ከእርሱ ጋር ተቀብራችሁ፣ እርሱን ከሙታን ባስነሣው በእግዚአብሔር ኀይል በማመን ከእርሱ ጋር ደግሞ ተነሣችሁ። ¹³ እናንተም በበደላችሁና የሥጋችሁን ኀጢአታዊ ባሕርይ ባለ መገረዝ ሙታን ሳላችሁ፣ እግዚአብሔር ከክርስቶስ ጋር ሕያዋን አደረጋችሁ፤ ኀጢአታችንንም ሁሉ ይቅር አለን፤
📖 ኤፌሶን 2 (አዲሱ መ.ት) ⁵ በበደላችን ሙታን ሆነን ሳለ፣ በክርስቶስ ሕያዋን አደረገን፤ የዳናችሁት በጸጋ ነው። ⁶ እግዚአብሔርም ከክርስቶስ ጋር አስነሣን፤ በክርስቶስ ኢየሱስ በሰማያዊ ስፍራ ከእርሱ ጋር አስቀመጠን፤
👉ስለዚህ ከክርስቶስ ጋር ከተነሣችሁ፣ ክርስቶስ በእግዚአብሔር ቀኝ በተቀመጠበት በላይ ያሉ ነገሮችን እሹ፤ አሳባችሁም በላይ ባለው ላይ እንጂ በምድራዊ ነገር ላይ አይሁን።
👉 እያንዳንዱ ሰው ሊያስብበት በሚገባውያስብ።
📖 ሮሜ 12:3 “እግዚአብሔር ለእያንዳንዳችሁ በሰጣችሁ እምነት መጠን ራሳችሁን በአግባቡ መዝኑ እንጂ፣ ከሆናችሁት በላይ ራሳችሁን ከፍ አድርጋችሁ እንዳታስቡ በተሰጠኝ ጸጋ እያንዳንዳችሁን እመክራለሁ።”
👉 ሊጠፋ ያለውን የዚህን ዓለም ኪሳራ ለማሰብ የሰማያዊውን ነገር መካድ የለብህም።
📖 ፊልጵስዩስ 3፥7 “ነገር ግን ይጠቅመኝ የነበረውን ሁሉ አሁን ለክርስቶስ ስል እንደ ጒድለት ቈጥሬዋለሁ።”
👉 በምታስብበት መለኪያ ብቻ ነው መናገር የሚትችለው።
📖 ዕብራውያን 12፥22 “እናንተ ግን ወደ ጽዮን ተራራ፣ ወደ ሰማያዊት ኢየሩሳሌም፣ ወደ ሕያው እግዚአብሔር ከተማ መጥታችኋል፤ በደስታ ወደ ተሰበሰቡት ወደ አእላፋት መላእክት፣”
👉 ስለ ጽዮን ተራራ እስራኤላውያንን ብትጠይቃቸው መልስ ሊሰጡህ አይችሉም። ምክንያቱም የመረዳታቸው መጠን እስከ ሲና ተራራ ድረስ ብቻ ነበር። የሕያው እግዚአብሔር ከተማ የጽዮንን ተራራ አያውቁም።
👉 ምክንያቱም እነሱ ካዩትን እና ከዳሰሱት በተዱት መጠን ብቻ ነው የሚገልጹት።
👉 ምድራዊ ነገርን ብቻ እንድታስብ ሀሳብህን የሚጎትተው ምንድን ነው? ሥጋዊ አስተሳሰብ ነው፣ ስለ ሥጋ ማሰብ ግን በእግዚአብሔር ላይ ጥል ነው።
📖 ሮሜ 8 (አዲሱ መ.ት) ⁵ እንደ ሥጋ የሚኖሩ ልባቸውን በሥጋ ፍላጎት ላይ ያሳርፋሉ፤ እንደ መንፈስ የሚኖሩ ግን ልባቸውን በመንፈስ ፍላጎት ላይ ያደርጋሉ። ⁶ የሥጋን ነገር ማሰብ ሞት ነው፤ የመንፈስን ነገር ማሰብ ግን ሕይወትና ሰላም ነው።
📖 ቆላስይስ 3፥5 “ስለዚህ ምድራዊ ምኞቶቻችሁን ግደሉ፤ እነዚህም፦ ዝሙት፣ ርኵሰት፣ ፍትወት፣ ክፉ ምኞትና አምልኮተ ጣዖት የሆነው መጐምጀት ናቸው።”
👉 የሥጋን ነገር ማሰብ ሞት ነው፤ የመንፈስን ነገር ማሰብ ግን ሕይወትና ሰላም ነው።
📖 ሉቃስ 10 ³⁸ ኢየሱስና ደቀ መዛሙርቱ መንገድ ሲሄዱ፣ ኢየሱስ ወደ አንድ መንደር ገባ፤ ማርታ የተባለች አንዲት ሴትም በቤቷ ተቀበለችው። ³⁹ እርሷም ማርያም የተባለች እኀት ነበረቻት፤ ማርያምም ቃሉን እየሰማች በጌታ እግር ሥር ተቀምጣ ነበር። ⁴⁰ ማርታ ግን በሥራ ብዛት ትባክን ነበርና ወደ እርሱ ቀርባ፣ “ጌታ ሆይ፤ እኅቴ ሥራውን ለእኔ ብቻ ጥላ ስትቀመጥ ዝም ትላለህን? እንድታግዘኝ ንገራት እንጂ” አለችው። ⁴¹ ጌታ ግን እንዲህ ሲል መለሰላት፤ “ማርታ፣ ማርታ፤ ስለ ብዙ ነገር ትጨነቂያለሽ፤ ትዋከቢአለሽም፤ ⁴² የሚያስፈልገው ግን አንድ ነገር ብቻ ነው፤ ማርያም እኮ የሚሻለውን ድርሻ መርጣለች፤ ይህም ከእርሷ አይወሰድም።”
👉 አለማውያን ሥጋዊ አስተሳሰብ አላቸው፣ ለዚህም ነው የሚጨነቁት፣የሚታወኩት።
📖 ሉቃስ 12፥30 “ይህንማ በዓለም ያለ ሕዝብ ሁሉ ይፈልጋል፤ አባታችሁ እኮ ይህ ሁሉ እንደሚያስፈልጋችሁ ያውቃል።”
👉 ስለ ሥጋ ማሰብ ሞት ነው፣ ስለ መንፈሳዊ ማሰብ ግን ሕይወትና ሰላም ነው።
ለዚያም ነበር ማርያም ከጌታ ከኢየሱስ እግር በታች ሆና እርሱን መስማት የመረጠችው።
👉 የእግዚአብሔርን መንግሥት የሚያስቡ በሰላምና በእርጋታ ይኖራሉ።
 
 
====== English Translation =======
What are things we have to set our minds on?
Entrance verse
📖Col 3 (NRSV) ¹ So if you have been raised with Christ, seek the things that are above, where Christ is, seated at the right hand of God. ² Set your minds on things that are above, not on things that are on earth,
👉As by baptism we joined him and buried, we were also raised with him through faith.
📖Col 2: ¹² when you were buried with him in baptism, you were also raised with him through faith in the power of God, who raised him from the dead. ¹³ And when you were dead in trespasses and the uncircumcision of your flesh, God made you alive together with him, when he forgave us all our trespasses,
📖Eph 2 (NRSV) ⁵ even when we were dead through our trespasses, made us alive together with Christ–by grace you have been saved ⁶ and raised us up with him and seated us with him in the heavenly places in Christ Jesus,
👉So if you have been raised with Christ, seek the things that are above, where Christ is, seated at the right hand of God. Set your minds on things that are above, not on things that are on earth,
👉Let everyone think according to the measure they are ought to think.
📖Rom 12:3 (RSV) “For by the grace given to me I bid every one among you not to think of himself more highly than he ought to think, but to think with sober judgment, each according to the measure of faith which God has assigned him.”
👉 You have not to reject the heavenly things to consider the loss of this world which is about to perish.
📖Phil 3:7 (RSV) “But whatever gain I had, I counted as loss for the sake of Christ.”
👉You can only speak from the measure you think.
📖Heb 12:22 (RSV) “But you have come to Mount Zion and to the city of the living God, the heavenly Jerusalem, and to innumerable angels in festal gathering,”
👉 If you ask the Israelites, about mount Zion, they may not know to answer you. Because the measure of their understanding is only up to mounted Sinai. They don’t know of mount Zion, the city of the living God.
👉 Because they can only describe from the level of their understanding of what they saw and touched.
👉 What drags your thought to consider only earthly things? It is Carnal mind, but to be carnally minded is enmity against God.
📖 Rom 8 (NKJV) ⁵ for those who live according to the flesh set their minds on the things of the flesh, but those who live according to the Spirit, the things of the Spirit. ⁶ For to be carnally minded is death, but to be spiritually minded is life and peace. ⁷ Because the carnal mind is enmity against God; for it is not subject to the law of God, nor indeed can be.
📖Col 3:5 (RSV) “Put to death therefore what is earthly in you: fornication, impurity, passion, evil desire, and covetousness, which is idolatry.”
👉To be carnally minded will also bring trouble and distress.
📖Luk 10 (NKJV) ³⁸ Now it happened as they went that He entered a certain village; and a certain woman named Martha welcomed Him into her house. ³⁹ And she had a sister called Mary, who also sat at Jesus’ feet and heard His word. ⁴⁰ But Martha was distracted with much serving, and she approached Him and said, “Lord, do You not care that my sister has left me to serve alone? Therefore, tell her to help me.” ⁴¹ And Jesus answered and said to her, “Martha, Martha, you are worried and troubled about many things. “But one thing is needed, and Mary has chosen that good part, which will not be taken away from her.”
👉 Unbelievers are carnally minded, that is why they worry and distress.
📖Luk 12:30 (NKJV) “For all these things the nations of the world seek after, and your father knows that you need these things.”
👉 To be carnally minded is death, but to be spiritually minded is life and peace.
👉That was why Merry chose to be under the feet of the Lord Jesus and listen to him.
👉Those who consider the kingdom of God will live in peace and tranquility.