Bakka Jijjiirama Ofii Beekuu November 11, 2021 Arara Television Dargaggoo Namoonni baayyeen jijjiiramii barbaadu, garuu bakka jijjirama ofii hin beekan. namni kam illee, bakka jijjirama ofii isaatii hin beeku taanaan jijjiiramuu hin danda’u. fknf, namni dhiba’aan jijjiramaaf yaada hin qabne osoo DV ba’eefiitii, Eessayyuu yoo dhaqe jijjiiramuu hin Danda’u, sababni isaa jijjiramni ofii jijjirama bakkaa keessa osoo hin taane, jijjiirama uaadaati malee. Rom. 12 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯…