#Tajaajila_Sagantaa_Roobii___Wednesday_Program_Service #With_Amharic_and_English_Translation 🕊 Ergaa Sagalee Waaqayyoo Guyyaa Har’aa 🕊 📖 Luq. 12¯¯¯¯¯²⁹ Isinoo, yaada keessan waan nyaattanii fi waan dhugdan barbaaduutti hin hidhinaa! Yaaddoodhaanis hin dhiphatinaa! ³⁰ Warri biyya lafaa irraa Waaqayyoon hin beekne hundinuu, yaada isaanii isaan kanatti hidhanii jiru; soora kana argachuun akka isin barbaachisu abbaan keessan in beeka.n ³¹ Duraan dursitanii yaada…